Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ergaa Pheexroosii 2

21 Waaqi waan kanaaf isin waame; Kiristoos ammoo isiniif rakkatee isa faana akka horddottanu fakkeenna isiniif te’e. 22 Inni ijjumaa cubbuu hin hunye; sobille afaan isaa keessaa hin baane. 23 Inni yennaa arraffame deebisee hin arrassine; yennaa rakkate, Waaqa muraa qajeeltuu murutti addii godhate malee, isaan hin sossodaachinne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também