18 Kiristoos gara Waaqaa nu dhikeessiisaaf jedhee, adoo balchaa te’ee jiruu, nu worra balchummaa hin qanneef sababa cubbuu teennaatiif, yennaa maraaf yennaa takkatuu du’e. Inni fooniin du’ee ayyaanaan ammoo jiraataa te’e. 19 Inni Ayyaanuma saniin dhaqee ayyaanota3:19Ayyaanota: Lubbuu mana hidhaa keessa jiranuuf lallabe.
Publicidade
1 Ergaa Pheexroosii 3
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.