Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ergaa Pheexroosii 3

3 Shaggummaan teessan waan alaan mudhatuun mataa dhowatiisaan, worqii naqatiisaan, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisaan ifi seefatiisaan hin te’in. 4 Ammoo shaggummaan teessan, ka ayyaanni qajeela’aa fi sirnaamessi Waaqa duratti gatiin isaa guddaa te’e keessa jiru, ka yennaa mara hin banne, seefata keessa nafa keessanii te’uu ti.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também