5 Akkasuma isin dargaggooti jaarsole’eef ajajama’a. Isin martinuu ifi gad qabiisa akka woya’aa uffadha’aatii wol tajaajila’a. Barreeffam Woyyichi, «Waaqi worra kooru hin morma; worra gad ifi qabuuf ammoo badhaadha hin kenna» jedha. 6 Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba’a.
Publicidade
1 Ergaa Pheexroosii 5
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.