Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Pedro 5

6 Maarre Waaqi yennaa ifii murteessetti akka isin ol qabu, harka Waaqa hunnaamessaa jalatti ifi gad qaba’a. 7 Waan Waaqi isiniif yaaduuf, waan isin yaachisu duudii isa irratti gata’a.

Veja também