Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Moototaa 18

36 Yennaa ciincaa galgalaa, raagichi Eliyaas gara addee ciinca’aa dhikaatee, «Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa Abrahaamii, Yisihaqiitii fi Israa’elii, ati Waaqa Israa’elii akka teete, anille tajaajilaa keeti akka te’e, waan kana mara ajaja keetiin akka godhe, adha akka beekkamu godhi. 37 Kolbaan tun akka ati Mootii Waan Maraa Waaqa teete, qalbii isaaniille gara ifii deebisiisatti ka jiru si akka teete akka beettu, naa dhage’i; ee, Mootii Waan Maraa deebii naa kenni» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também