Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Moototaa 19

12 Tacho’a lafaatiin duuba ibiddi dhufe; Mootiin Waan Maraa ammoo ibidda san keessa hin jiruuyyu. Ibiddaan duuba qoonqoon akka hasaassa’aa dhage’ante.

13 Eliyaas qoonqoo akka hasaassa’aa yennaa dhage’e, woyaa fuula ifiititti hagooggatee, bayee afaan godaa dura dhaabbate. Achiin duuba qoonqoon takka, «Eliyaas! Maan asii hujja?» jetteen.

Veja também