Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Moototaa 19

15 Mootiin Waan Maraa Eliyaasiin, «Karuma dhutte deebi’iitii, gara goomolee Damaasqo’oo deemi; yennaa achi geette Sooriyaa irratti mootii akka te’u Hazaa’el muudi. 16 Israa’el irratti mootii akka te’u, ilma Niimshaayii Yehuu muudi. Addee teetitti raagicha akka te’u, nama biyya Abeel Mehola’aa ilma Shaafaaxii Elsaa’i muudi.

Veja também