Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Reis 19

20 Achiin duuba Elsaa’i qotiyyoo lakkisee, gara Eliyaasii rukkisee, «Abbaa kiyyaa fi haadha tiyya sunqadhee, nageya itti dhaamee deebi’ee akka si hordofu naa eeyyam» jedhe.

Eliyaas deebisee, «Tole; ani si hin dhooggu deemi» jedhe.

21 Maarre Elsaa’i isa biraa deebi’ee deemee qotiyyoo lama qale; inni meya qotiyyo’oo ka ittiin qotu san bobeessee, foon san iffeelee kolba’aaf kenne; isaanille nyaatane. Achiin duuba Elsaa’i ka’ee, Eliyaas hordofee qarqaaraa isaa te’e.

Veja também