Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Moototaa 3:7-9

7 Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani tajaajilaan keeti addee abbaa kiyya Daawitiititti mootii akka te’u gooteerta; ani ammoo ijoolle’e; attam akka bulchanulle hin beeku. 8 Kunoo ani tajaajilaan keeti, kolbaa ati filatte bindillaa laakkowanee hin dhaqqanne odduu jira. 9 Tanaaf kolbaa teeti bulchiisaaf, hantu’uu fi dansaa gargar baasee akka beeku, qalbii hubanti’ii ana tajaajilaa keetiif kenni. Yoo akkas hin te’in kolbaa teeti guddoo tana eentu bulchuu dande’a ree?» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.