22 Saamu’el deebisee, «Mootiin Waan Maraa nama jecha isaatiif ajajamutti haga gammadu, kennansa gubamuu fi ciincaa dhikaatutti hin gammadaa ree? Kunoo, ajajamiis ciincaa dhikeessanu caala; dhage’iisille korbeessa hoole’ee coomaleessa ciincaa dhikeessanu caala.
Publicidade