Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Saamu'elii 28:7,15

7 Achiin duuba Saa’ol tajaajiltoota ifiitiin, «Dhaqee isii akka gaafadhu, dubartii ekeraa dubbittu naa barbaada’a» jedhe.

Isaanille deebisanee, «Kunoo, dubartiin ekeraa dubbittu takka Endoor keessa jirti» jedhaneen.

15 Achiin duuba Saamu’el, Saa’oliin, «Ati maaf du’a keessaa kaasiisaan na rakkitta?» jedhe;

Saa’ol deebisee, «Ani rakkinna guddaa keessa jira; Filisxeemoti na loliisatti jirti; Mootiin Waan Maraalle na lakkisee, raagotaan yookiin oojju’uun deebii naaf kennuu dideera. Tanaaf maan akka godhu akka natti hintuuf, si waammadhe» jedheen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.