11 Saanduqi Gondooro’oo ka Waaqaa booji’amee, ilmaan Eli’ii lamaanuu Hofnii fi Fiinehaas ijjeefamane.
17 Namichi oduu fidee dhufe sun deebisee, «Israa’elooti Filisxeemota duraa baqatane; loltooti hedduun dhumatanee, ilmaan teeti Hofnii fi Fiinehaasille lamaanuu du’aneeran; Saanduqi Gondooro’oo ka Waaqaalle booji’ameera» jedhe.
22 Isiin ammalle, «Saanduqi Gondooro’oo ka Waaqaa waan booji’ameef, ulfinni Israa’el irraa fudhatameera» jette.