Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ximootewoos 2

Waaqonfannaa Wolde’a Kiristaanaa

1 Amma waan duudi’iin dura, iyyannoon, daadimannaan, worra dhibi’iif daadimatu’uu fi galata dhikeessuun Waaqa duratti nama duudi’iif akka godhamuuf gorsa. 2 Nageyaa fi sarmiisaan2:2Sarmiisaan: Sirnyaan, Waaqa soda’aa fi adaba dansa’aan akka leenu, moototaa fi worra baallii ol aantuu qabu duudi’iif daadimadha’a. 3 Daadimati akkasii Waaqa fayyisaa keenna duratti dansa’aa fi ka fudhatama qabu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também