Publicidade

1 Timóteo 2

9 Dubartootille mataa shoobaa dhowattee, yookiin worqi’iin yookiin dooqaan seefatiisa, yookiin woyaa gatii guddo’oo uffatiisa adoo hin te’in, ifi qabattee woyaa isi’iif malte akka uffattu barbaada. 10 Dubartooti Waaqa waaqonfanna jettu akka godhuu maltetti hujii dansa’aan ifi seefattuuti.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-29_22-07-56-