Barsiisota Dharaa
1 Bara duubaatitti namooti gariin, ayyaanota wollaalchisa’aa fi barsiisa durriisotaa hordofiisaan dhugeeffannaa irraa akka dacha’anu Ayyaanni Waaqaa qulleessee hima. 2 Barsiisi akkasii kijiboota dhara dubbatiisaan wodanaan isaanii akka sibiila o’aan gubamee dillaye irraa dhufa.