Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Ximootewoos 6

20 Ximootewoos! Waan maganne’een sitti kenname jabeessi eegi. Dubbii midhaan hin qanne, ta waan dhuga’aatiin mormituu fi moromaa gowwittii ta worri gariin «Beekkuma» jedhu irraa fagaadhu. 21 Worri gariin beekkumsa kana qanna jedhaa, karaa dhugeeffanna’aa irraa badeera.

Badhaadhi Waaqaa isin woliin jiraatu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também