6 Dhugeeffannaan, nama waan qabuun dande’ee le’u biratti bu’aa guddaa qaddi. 7 Nuuti waan tokkolle finnee gara biyya lafaa hin dhunne; waan tokkolle isii keessaa fuunee deemiisa hin dandeennu. 8 Ammoo woya’aa fi sagalee yoo qabaanne sun nu hin geetti.
Publicidade
1 Ximootewoos 6
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.