Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Tasalonqe'ee 2

7 Nuuti akka ergantoota Kiristoosiititti waan barbaachisaa te’e isin gaafatuu hin dandeennaayyu. Ammoo akka haadha daa’ima ifii hoosittee guddittuu, qajeelumma’aan odduu teessan leene. 8 Nuuti waan guddoo isin jaalannuuf, Oduu Gammadaa ta Waaqa irraa dhutte callaa adoo hin te’in, jiruu teennalle isiniif qoodiisaaf qophoonneerraayyu. Sababille isin jaalota teenna!

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses