Publicidade

1 Tessalonicenses 4

15 Akka barsiisa Gootta’aatitti waan isinitti hinnu qanna: nuuti worri guyyaa Goottaan deebi’ee dhufu adoo hin du’in jirru, worra du’eeru hin dursinu. 16 Qoonqoo ajaja gudda’aatiin, qoonqoo mootii erganticha Waaqaatiin, qoonqoo tultullaa Waaqaatiin bookarfamee, Goottaanuu ol-gubbaa irraa gadi hin dhufa. Worri Kiristoositti dhugeeffatee du’e, dursee hin ka’a; 17 achiin duuba nuuti worri adoo hin du’in jirru isaanuma woliin qilleensa irratti Gootta’aan wolde’iisaaf duumensa keessa ol butanna. Maarre haga bara baraalle Goottaa woliin leena.4:17 1 Qor. 15:51-52 18 Tanaaf jecha kanaan wol jajjabeessa’a.

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-