Publicidade

1 Tessalonicenses 4

3 Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyoontanu fedha. 4 Nami duudiin haadha manaa4:4Haadha manaa: Nafa ifii woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti. 5 Akka worra Yihudoota hin te’inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin.

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-