Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Worra Tasalonqe'ee 4

3 Waaqi akka isin sagaagalummaa irraa fagaattanee woyyoontanu fedha. 4 Nami duudiin haadha manaa4:4Haadha manaa: Nafa ifii woyyumma’aa fi ulfinnaan qabatee eegatiisa beekuu ti. 5 Akka worra Yihudoota hin te’inii, ka Waaqa hin beennee halchaa foonii badduu hin qabaatin. 6 Nami tokkolle waan kana irra taree dhugeeffataa dhibii hin yakkin. Akkuma tanaan qara isin ifi eegachiinne, worra waan kana godhu Goottaan hin adaba. 7 Waaqi woyyumma’aan akka leenu malee, akka battumma’aan leenuuf nu hin waanne.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

1 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 1 Tessalonicenses