20 Waadaan Waaqi nu’uuf gale duudiin karaa Kiristoosiitiin, «Eetii» te’a. Tanaaf nuutille ulfinna Waaqaatiif karaa Kiristoosiitiin, «Ameen» jenna. 21 Nuuti isin woliin Kiristoositti akka jabaannu ka godhe Waaqa; hujii tanaaf ka nu muudelle isa. 22 Ka isaa te’uu keennaaf beessisa ifii nu irratti godhee, karra hegeri nuu kennuuf akka qaddi’iititti Ayyaana Woyyicha ifii gadhaa keenna keessa ka keye isa.
Publicidade
2 Worra Qorontoosii 1
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.