8 Obboleeyyan tiyya! Rakkoo lafa Asiya’aa keessatti nu dhaqqadde, akka beettanu barbaanna. Rakkoon nu dhaqqadde sun guddoo ulfaattu’uu fi hunna teennaan ol waan teeteef, addii jiru’uun le’iisaa kutanneerraayyu.1:8 1 Qor. 15:3 9 Akka waan muraan du’aa nutti murantee nu’utti dhage’ameeraayyu; ammoo Waaqa worra du’ane kaasu callaa malee, ifii keenna akka hin addanneef tun teete.
Publicidade
2 Worra Qorontoosii 1:8,9
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.