4 Mey woraanaa10:4Mey woraanaa: Miyyi woraanaa keennalle ka kushee diigiisaaf dandeessisu, ka hunna Waaqaa qabu malee, meya woraanaa ka biyya lafaatii moti. 5 Waaqa beekiisa irratti moroma’aa fi kijiba gufuu te’ee ka’u duudii hin balleessina; yaada namaa duudiille booji’aa Kiristoosiif akka ajajamu goona.
Publicidade
2 Worra Qorontoosii 10
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.