Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Coríntios 11

24 Ani lichee soddomii sagal sagal yennaa shan harka Yihudootaatitti dhaanameera. 25 Yennaa sad ciira’aan dhaanameera; yennaa tokko dhaka’aan tumameera; yennaa sad caccab hoboloo gudditti’ii na dhaqqabeera; guyyaa tokkoo fi halkan tokko galaana irra oolee buleera.11:25 HuE. 16:22; 14:19 26 Yennaa hedduu ideensa irra waan tureeruuf, balaan laga guutee, balaan saantotaa, balaan gosa tiyyaatii fi worra Yihudoota hin te’in irraa, balaan qacha’aa fi gammoojjii keessatti, balaan abbaayaa keessalle’etti, balaan kiristaanota dharaameyyii irraa na dhaqqabeera. 27 Hujii hantuu hujee, akka malee eloweera; yennaa hedduu hirriiba dhabeera; yennaa hedduu beelodhee dheebbodheera; yennaa hedduulle sagalee dhabeeraayyu; boojji’ii fi daara dageera.

Veja também