Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Qorontoosii 13

Nageya Muumme’ee

11 Obboleeyyan tiyya! Yoona nageyaan tee’aa; leetoo teessan sirreeffadha’a; gorsa kiyya dhage’aa; wolii gala’a; nageyaan le’aa; Waaqi jaalalaatii fi nageyaa isin woliin hin jiraata.

12 Sunqata woyyichaan wol sunqataa nageya wol fuudha’a.

13 Kolbaan Waaqaa marti nageya isinii dhaanteerti. 14 Badhaadhi Goottaa Yesuus Kiristoosii, jaalalli Waaqaa, tokkummaan Ayyaana Woyyichaalle isin duudii woliin jiraattu.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também