10 Nama isin araarantanuuf, anille hin araaramaaf. Wonni ani namaaf araaramu’uu male yoo jiraatte, sababa keessaniif jedhee fuula Kiristoosii duratti araarameera. 11 Hujii hantuu seexanaa waan beennuuf, akka inni nu hin gowwoonsineef jedhee tana godhaara.
Publicidade
Publicidade