Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Qorontoosii 3

4 Nuuti karaa Kiristoosiitiin Waaqatti addii waan qannuuf tana jenna. 5 Nuuti dandeettii teennaan tana goona waan jennu takkaalle hin qannu; dandeettiin teenna Waaqa irraa dhutti. 6 Tajaajiltoota Gondooroo Haareyaa akka teenuuf ka dandeetti nu’uuf kenne isa; gondooroon tun ta Ayyaana Woyyichaati malee, ta seera qube’een barreeffameetii moti. Seerri qube’een barreeffame du’a fida; Ayyanni Woyyichi ammoo jiruu kenna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também