Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Qorontoosii 5

14 Kiristoos nama duudi’iif akka du’ee fi nami duudiin du’a isaa ka qoodamu akka te’e waan hubanneef, jaalalli isaa nu dirqansiisa. 15 Worri jiru’uun jiru duudiin, isaaniif jedhee ka du’ee du’aa ka’eef akka le’anuuf malee, haganaa achi akka ifiif hin leene, Kiristoos nama maraaf du’e.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também