Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Qorontoosii 5:6-9

6 Nafa keenna ka lafa tanaatiin haga jirru, Goottaa irraa ka fagaanne akka teene yoo beennelle, yennaa maraa isatti addanna. 7 Nuuti ka jiraannulle dhugeeffanna’aan malee, isa dhaggiisaanii moti. 8 Nuuti nafa akka mana keennaa te’e kana irraa adda baanee, Goottaa woliin jiraatiisaaf hin halchina; tanaaf ifi addi’iin leena. 9 Nuuti nafa keenna kanaan jiraannulle, jiraatuu dhannulle, yaadi keenna Goottaa gammachiisu’u.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.