12 Maarre isin amma waan kana beettanee, dhugaa qabattaneen jabaattanee jiraattanulle, ani yennaa maraa waan kana isin yaadachisiisa hin lakkisu. 13 Ani haga jiruu keessummumma’aa tanaan jiru, yaada keessan dammassuun kiyya sirrii te’ee natti mudhata.
Publicidade
2 Ergaa Pheexroosii 1:12,13
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.