Publicidade

2 Pedro 3

11 Wonni kun duudiin akka kanaan ta baddu yoo teete, isin attam le’iisaaf maltane ree? Isin woyyumma’aa fi Waaqaaf ifi kenniisaan le’iisa qaddan. 12 Yoona worra guyyaa dhufa Waaqaa dharra’aan eegattanuu fi worra akka inni ariifatee dhufu hujanu te’aa. Gaafa ol-gubbaan ibiddaan gubattee baddu, dadi marti o’aan hin baxxi. 13 Nuuti ammoo akkuma inni waadaa nu’uuf galetti, ol-gubbaa haareya, addee hujiin balchumma’aa itti hundeefantu san hin eeganna.

Veja também

2 Pedro
Ver todos os capítulos de 2 Pedro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-