Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Reis 13

21 Gaafa tokko Israa’elooti nama du’e awwaaliisatti adoo jiranuu, saamtota worra Mo’aabii dhagganee, reeffa namichaa addee awwaala Elsaa’ii keessatti qolaansane. Reeffi namichaa akkuma lafee Elsaa’ii tuqeen, namichi du’aa ka’ee dhaabbate.

Veja também