13 Mootiin Waan Maraa karaa raagotaatii fi worra mudhii dhagguutiin kolbaa Israa’eliitii fi Yihuda’aa, «Karaa hamaa keessan irraa deebi’a’a; ajajaa fi seerata kiyya ka ani abbootii teessan ta duriitiif kennee, karaa tajaajiltoota tiyya raagotaatiin isaanitti erge san eegadha’a» jedhee ifi eeggachiiseeraayyu.
Publicidade