Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Moototaa 2

9 Isaan yennaa gamatti bu’ane, Eliyaas Elsaa’iin, «Ani adoo si duraa hin fudhatamin, maan akka si’iif godhu natti himadhu» jedhe.

Elsaa’i deebisee, «Maganne’e, qooda Ayyaana keetii dachaa2:9 Dachaa: Israa’el keessatti ilmi angafichi qooda dhaalaa keessaa dachaa fudhata. akka dhaalu na godhi» jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também