2 Hisqiyaas fuula ifii gara dhaaba manaa20:2 Dhaaba manaa: Lafa tokko tokkotti gimoo manaa jedhama. garagalee Mootii Waan Maraa daadimatee, 3 «Ee Mootii Waan Maraa, ani addatamumma’aa fi gadhaa tokkochaan si tajaajilee, yennaa mara waan si duratti dansaa te’e akka huje qaabadhu» jedhee laaleffatee bowe.
Publicidade