Publicidade

2 Reis 3

6 Maarre yennuma san Yehoraam Samaariya’aa bayee, loltoota Israa’elii mara wolitti qabe. 7 Mootii Yihuda’aa Yoshaafaaxille’etti ergee, «Mootiin Mo’aabii na irratti waan ka’eef, isa loliisaaf na woliin hin dhaxxaa?» jedhee gaafate.

Yoshaafaax deebisee, «Ani si woliin hin dhaqa; ani akkuma keeti; kolbaan tiyya teeti; fardoon tiyyalle teeti;

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_12-11-46-