Solomoon Dhalate
24 Achiin duuba Daawiti haadha manaa ifii Baat-Sheebaa jajjabeesse; gara isi’ii dhaqee isii woliin rafe; isiille ilma deettee, inni maqaa isaa Solomoon baase; Mootiin Waan Maraalle isa jaalate.