Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Saamu'elii 22

5 «Danbaliin du’aa na marsitee,

lolaan badi’ii na gad liqinse.

6 Wodaroon awwaalaa na xaxxee,

tiyyoon du’aa na qabatte.

7 Rakkinna kiyya keessatti

ani Mootii Waan Maraa kiyya waammadhe;

akka na qarqaaruuf,

Waaqa kiyyatti iyye.

Inni Dunkaanii Woyyittii ifii keessaa

qoonqoo tiyya dhage’e;

iyya tiyyalle caqase.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também