13 Barumsa fayyaalessa1:13Fayyaalessa: Sirrii akka fakkeennaatitti hordofiisaaf na irraa baratte, dhugeeffanna’aa fi jaalala tokkummaa nuuti Yesuus Kiristoosiin qannu jabeessii qabadhu. 14 Waan dansaa maganne’een sitti kenname san, hunna Ayyaana Woyyicha nu keessa jiruutiin eegi.