20 Mana guddaa tokko keessa mey worqii irraa yookiin meetii irraa hujame callaa adoo hin te’in, mey muka irraa yookiin faara irraa hujame hin jiraata; mey kun gariin ulfinnaaf, kuun ammoo tajaajila ulfinna hin qanneef te’a. 21 Yoona worri waan hantuu duudii irraa ifi qulleessu, waan ulfinnaatiif te’a; sababille isaan fooyamanee, Goottaa isaaniitiif ka bu’aa qabanu waan te’aneef, hujii dansaa duudi’iif qophowaneeran.
Publicidade
2 Ximootewoos 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.