8 Akkuma ani Oduu Gammadaa keessatti lallabe, Yesuus Kiristoosii du’a keessaa ka’e, ka sanyii Daawitii keessaa dhalate, qaabadhu. 9 Ani Oduu Gammadaa waan lallabeef akka yakkaamessaa hidhameelle rakkataa jira. Jechi Waaqaa ammoo hin hidhamu.
Publicidade
2 Ximootewoos 2
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.