14 Ati ammoo waan barattee jabeessitee itti dhugeeffatte, eennuu fa’a irraa akka baratte waan beettuuf itti jabaadhu. 15 Ati Barreeffama Woyyicha, qarooma Yesuus Kiristoositti dhugeeffatiisaan fayyinni ittiin dhaggamu si’iif kenniisa dande’u ijoollummaa teetiin jalqaddee beetteerta.
Publicidade
2 Ximootewoos 3
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.