Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Ximootewoos 4

7 Ani akka dansaa wodhaantoo qabadheera; doggommii tiyya fixadheera; dhugeeffannaa tiyyalle eegadheera. 8 Yoona ammaa achi badhaas balchumma’aa naaf qophoweera; badhaasa kana guyyaa san Goottaan balchichi naaf hin kenna; ana qofaaf adoo hin te’in, worra deebi’ee mudhinnaan dhufa isaa dharra’aan eegatu duudi’iif hin kenna.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

2 Timóteo
Ver todos os capítulos de 2 Timóteo