Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Worra Tasalonqe'ee 2

Nama Jallu’uu

1 Obboleeyyan tiyya! Marroo dhufa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitii fi marroo isa woliin wolitti qabamiisa keennaa akka beettanuuf, waan isin kadhannu qanna:2:1 1 Tas. 4:15-17 2 raagaan yookiin jechaan akka himametti, yookiin akka ergaa nu’u irraa isiniif barreeffantee gootanee «Guyyaan Gootta’aa dhiyaateera» jedhaa dattanee yaadaan hin raafamina’a, yookiin hin rifatina’a. 3 Finqilli adoo hin ka’in dura jallichi ilmi badi’iille adoo hin mudhatin guyyaan sun waan hin dhunneef, nami tokkolle karaa kamiinuu isin hin wollaalchisin. 4 Inni waan waaqa jedhamanu yookiin waaqonfatanu caalaa ifi ol qaba; ifille’een, «Ani Waaqa» jedhaa Galma Waaqaa keessa ifi teessisa.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

2 Tessalonicenses
Ver todos os capítulos de 2 Tessalonicenses