2 Jaala kiyya! Akkuma lubbuun teeti tolte, akka fayyaa teetuu fi wonni maraa si’iif tolu hin daadimadha. 3 Obboleeyyan gariin dhufanee dhuga’aaf addatamu’uu fi dhuga’aan jiraachuu keeti yennaa natti himane ani guddoo gammade. 4 Ijoolleen tiyya dhuga’aan jiraachuu isi’ii dhage’iisaan irra wonni na gammachiisu hin jiru.
Publicidade
3 Ergaa Yohaannisii 1:2-4
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.