Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 13

Baarnaabaasii Fi Saa’ol Ergamane

1 Wolde’a kiristaanaa ka Anxokiya’aa keessa raagotaa fi barsiisoti jiraniiyyu: isaanille Baarnaabaas, Simoon ka «Gurraacha» jedhamu, Luukiyoosii biyya Qareena’aa, Maanaa’enii Heroodisii bulchaa13:1Maanaa’enii Heroodisii bulchaa: Heroodisii bulchaa lafa Galiila’aa woliin guddatee fi Saa’ol fa’a. 2 Isaan Goottaa tajaajilaa adoo laamanuu Ayyaanni Woyyichi isaaniin, «Baarnaabaasii fi Saa’ol hujii ani isaan waameef, isaan naaf fowa’a» jedhe.

3 Isaan laamanee daadimatanee, harka ifii isaan irra keyaneen duuba ergane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também