Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 15

Phawuloosii Fi Baarnaabaas Gargar Bayane

36 Guyyoota diqqa’aan duuba Phawuloos, Baarnaabaasiin, «Koottu deebinee, qachaa Jecha Waaqaa itti lallanne duudii dhandhee, akka dhugeeffattooti dhugeeffanna’aan jajjabaatanee jiranu ilaalla» jedhe. 41 Phawuloos wolde’a kiristaanaa jabeessaa, biyya Sooriya’aatii fi Qiliiqiya’aa keessa dabare.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também