Pular para o conteúdo
Publicidade

Hujii Ergantootaa 16

Ximootewoos Phawuloosii Fi Siilaas Woliin Deeme

1 Phawuloos gara qachaa Derbe’ee dhaqee, qachaa Lisxira’aatitti dabare. Achi dhugeeffataan Ximootewoos jedhamu tokko jiraayyu. Haati isaa Yihudittii kiristaana teeteertu; abbaan isaa ammoo nama Giriiki’ii ti. 3 Phawuloos akka Ximootewoos isa faana deemu waan barbaadeef, haqanqabaa isa qabe. Sababille Yihudooti achi jiranu duudiin abbaan Ximootewoosii Giriikii akka te’e waan beekaneef tana godhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também